-
1 Saamuʼel 26:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Isa Yihowaan dibe irratti harka koo kaasuun anaaf Yihowaa duratti wanta hin yaadamne dha!+ Kanaafuu, amma eeboo fi miʼa bishaanii mataa isaa bira jiru fuudhiitii haa deemnu.”
-
-
2 Saamuʼel 1:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Achiis Daawit, “Isa Yihowaan dibe ajjeesuuf yommuu harka kee kaastu maaliif hin sodaanne?” isaan jedhe.+
-
-
1 Seenaa Baraa 16:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 ‘Warra ani dibe hin tuqinaa;
Raajota koo irrattis wanta hamaa tokko illee hin raawwatinaa’ jedhe.+
-