21 Saaʼolis deebisee, “Ani cubbuu hojjedheera.+ Daawit yaa ilma koo, kottu deebiʼi; ati guyyaa harʼaatti lubbuu koo akka waan gatii guddaa qabuutti waan ilaalteef,+ ani kana booda si irratti miidhaa hin geessisu. Eeyyee, ani gocha gowwummaa fi dogoggora guddaa raawwadheera” jedhe.