1 Saamuʼel 25:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Maqaan namichaa Naabaal,+ maqaan haadha manaa isaa immoo Abigaayil+ jedhama ture. Haati manaa isaa hubattuu fi bareedduu turte; abbaan manaa ishii inni gosa Kaaleb+ taʼe garuu, nama hamaa fi amala badaa qabu ture.+
3 Maqaan namichaa Naabaal,+ maqaan haadha manaa isaa immoo Abigaayil+ jedhama ture. Haati manaa isaa hubattuu fi bareedduu turte; abbaan manaa ishii inni gosa Kaaleb+ taʼe garuu, nama hamaa fi amala badaa qabu ture.+