-
1 Saamuʼel 30:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Daawitis namoota 400 wajjin isaan duukaa buʼuu isaa itti fufe; namoonni 200 warri baayʼee dadhabuu isaaniitiin kan kaʼe Laga Gogaa Besooriin ceʼuu hin dandeenye immoo achumatti hafan.+
-