Faarfannaa 55:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Ati garuu yaa Waaqayyo, boolla gad fagoo keessa isaan buusta.+ Warri dhiigaan itti gaafatamanii fi namoonni gowwoomsaa raawwatan walakkaa bara isaanii hin jiraatan.+ Ani garuu sittan amanama.
23 Ati garuu yaa Waaqayyo, boolla gad fagoo keessa isaan buusta.+ Warri dhiigaan itti gaafatamanii fi namoonni gowwoomsaa raawwatan walakkaa bara isaanii hin jiraatan.+ Ani garuu sittan amanama.