-
1 Seenaa Baraa 3:5-9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Warri inni Yerusaalem keessatti dhalche kanneen kana turan:+ Shimeʼaa, Shoobaab, Naataanii+ fi Solomoon;+ haati ilmaan arfan kanaa Baat Sheebaa+ ishii intala Amiʼel taate turte. 6 Ilmaan isaa kan biroon salgan immoo, Yibhaar, Elishaamaa, Elifeelet, 7 Nogaa, Nefeeg, Yaafiʼaa, 8 Elishaamaa, Eliyaadaa fi Elifeelet turan. 9 Ilmaan saajjatoota isaa utuu hin dabalatin, kanneen kun hundi ilmaan Daawit turan; obboleettiin isaaniis Taamaar+ turte.
-
-
1 Seenaa Baraa 14:3-7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Daawit Yerusaalem keessatti haadhotii manaa dabalataa ni fuudhe;+ ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa dabalataas ni dhalche.+ 4 Ijoolleen inni Yerusaalem keessatti dhalche kanneen kana turan:+ Shaamuʼaa, Shoobaab, Naataanii+ fi Solomoon;+ 5 Yibhaar, Elishuʼaa, Elpaalet, 6 Nogaa, Nefeeg, Yaafiʼaa, 7 Elishaamaa, Beʼelyaadaa fi Elifeelet.
-