1 Seenaa Baraa 20:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Jalqaba waggichaatti,* yeroo mootonni duula dhaqanitti, Yoʼaab+ raayyaa waraanaa geggeessee biyya Amoonotaa balleesse; achiis dhufee Raabaatti+ marse; yeroo kanatti Daawit Yerusaalem keessatti hafee ture.+ Yoʼaab Raabaa haleelee ishii diige.+
20 Jalqaba waggichaatti,* yeroo mootonni duula dhaqanitti, Yoʼaab+ raayyaa waraanaa geggeessee biyya Amoonotaa balleesse; achiis dhufee Raabaatti+ marse; yeroo kanatti Daawit Yerusaalem keessatti hafee ture.+ Yoʼaab Raabaa haleelee ishii diige.+