-
Abbootii Murtii 20:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis jiraattonni* Gibeʼaa na irratti kaʼanii halkaniin manichatti marsan. Isaan na ajjeesuuf yaadanii turan; taʼus, saajjatoo tiyya dirqisiisanii gudeedan; ishiinis ni duute.+ 6 Kanaafuu, ani reeffa saajjatoo tiyyaa fuudheen kukkute; achiis gara dhaala Israaʼel hundumaatti nan erge;+ kana kanan godhe, isaan Israaʼel keessatti gocha qaanessaa fi gocha salphinaa waan raawwataniifi.
-