-
Lakkoofsa 35:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 “‘Nama lubbuu balleesse sana kan ajjeesu nama haaloo baʼu dha. Inni yommuu isa argatutti ofuma isaatiin isa ajjeesa.
-
-
Keessa Deebii 19:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 “Haa taʼu malee, namni tokko nama kan biraa jibbee+ riphee eeggachuudhaan akka malee rukutee yoo isa* madeesse, namni sunis yoo duʼe, innis magaalota kana keessaa gara isa tokkootti yoo baqate, 12 jaarsoliin magaalaa isaa achii isa fichisiisanii nama haaloo baʼutti dabarsanii isa haa kennan; innis haa ajjeefamu.+
-