2 Saamuʼel 17:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yonaataanii+ fi Ahimaʼaaz,+ namni akka isaan hin argine waan sodaataniif, magaalattiidhaa ala Een Rogeel+ keessa taaʼu turan; kanaafuu, tajaajiltuun takka deemtee isaanitti himte; isaanis dhimma kana Daawit Mootichatti himuuf deeman.
17 Yonaataanii+ fi Ahimaʼaaz,+ namni akka isaan hin argine waan sodaataniif, magaalattiidhaa ala Een Rogeel+ keessa taaʼu turan; kanaafuu, tajaajiltuun takka deemtee isaanitti himte; isaanis dhimma kana Daawit Mootichatti himuuf deeman.