-
2 Saamuʼel 17:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Namoonni sun erga deemanii booda, isaan boolla bishaanii sana keessaa baʼanii deemanii Daawit Mootichatti himan. Isaanis, “Ahitoofel si balleessuuf gorsa akkana akkana jedhu waan kenneef kaʼi, dafiitii lagicha gamatti ceʼi” isaan jedhan.+
-