-
2 Saamuʼel 18:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Ahimaʼaaz ilmi Saadoq ammas irra deebiʼee Yoʼaabiin, “Wanti fedhe haa dhufu, maaloo, anis Kuushicha duukaa buʼeen fiiga” jedhe. Yoʼaab garuu, “Yaa ilma koo, oduu himtu utuu hin qabaatin maaliif fiigda?” isaan jedhe.
-