Iyyaasuu 5:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Achiis Yihowaan Iyyaasuudhaan, “Harʼa ani arrabsoo Gibxii isin irraa gangalcheera” jedhe. Kanaan kan kaʼes, maqaan iddoo sanaa hamma harʼaatti Gilgaal*+ jedhamee waamama. 1 Saamuʼel 11:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Sana booda Saamuʼel namoota sanaan, “Kottaa gara Gilgaal+ dhaqnee Saaʼol mootii taʼuu isaa irra deebinee labsina” jedhe.+
9 Achiis Yihowaan Iyyaasuudhaan, “Harʼa ani arrabsoo Gibxii isin irraa gangalcheera” jedhe. Kanaan kan kaʼes, maqaan iddoo sanaa hamma harʼaatti Gilgaal*+ jedhamee waamama.
14 Sana booda Saamuʼel namoota sanaan, “Kottaa gara Gilgaal+ dhaqnee Saaʼol mootii taʼuu isaa irra deebinee labsina” jedhe.+