-
1 Saamuʼel 20:41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Tajaajilaan sun yommuu achii deemu, Daawit karaa kibbaatiin bakka achitti dhihoo jiru tokko irraa kaʼee ni dhufe. Achiis adda isaatiin lafatti gombifamee siʼa sadii ni sagade; isaanis wal dhungatanii walitti booʼan; caalaatti kan booʼe garuu Daawit ture.
-
-
Hojii Ergamootaa 20:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Hundi isaanii iyyuu akka malee booʼanii morma Phaawulositti maramanii isa dhungatan;
-