1 Mootota 11:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Daawit tajaajilaan koo Yerusaalem magaalaa maqaan koo akka ittiin waamamuuf ani ofii kootiif filadhe keessaa na duratti yeroo hunda ibsaa* akka qabaatuuf,+ ilma isaatiif gosa tokko nan kenna. 1 Mootota 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Haa taʼu malee, Daawitiin+ kan kaʼe Waaqni isaa Yihowaan isa booda ilma isaa kaasuudhaan, akkasumas Yerusaalem jiraachuu ishii akka itti fuftu gochuudhaan Yerusaalem keessatti ibsaa* isaaf ni kenne.+ 2 Mootota 8:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Haa taʼu malee, Yihowaan yeroo hunda isaa fi ilmaan isaatiif ibsaa akka kennu waadaa galee waan tureef,+ tajaajilaa isaa Daawitiif jedhee Yihudaa balleessuu hin barbaanne.+
36 Daawit tajaajilaan koo Yerusaalem magaalaa maqaan koo akka ittiin waamamuuf ani ofii kootiif filadhe keessaa na duratti yeroo hunda ibsaa* akka qabaatuuf,+ ilma isaatiif gosa tokko nan kenna.
4 Haa taʼu malee, Daawitiin+ kan kaʼe Waaqni isaa Yihowaan isa booda ilma isaa kaasuudhaan, akkasumas Yerusaalem jiraachuu ishii akka itti fuftu gochuudhaan Yerusaalem keessatti ibsaa* isaaf ni kenne.+
19 Haa taʼu malee, Yihowaan yeroo hunda isaa fi ilmaan isaatiif ibsaa akka kennu waadaa galee waan tureef,+ tajaajilaa isaa Daawitiif jedhee Yihudaa balleessuu hin barbaanne.+