-
Faarfannaa 18:13-16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Achiis Yihowaan samii keessaa kakawweessaʼuu jalqabe;+
Inni Hundaa Oliis cabbii guguddaa fi barbadaadhaan
Sagaleen isaa akka dhagaʼamu godhe.+
15 Yaa Yihowaa, dheekkamsa keetiin, hafuura cimaa funyaan kee keessaa baʼuunis,+
Hundeen lageenii* ni mulʼate;+
Buʼuurawwan lafaas ni saaxilaman.
16 Bakka ol kaʼaa irraa harka isaa diriirse;
Inni na qabee bishaanota gad fagoo keessaa harkisee na baase.+
-