Leewwota 9:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ilmaan Aaronis dhiigicha gara isaatti fidan;+ innis quba isaa dhiiga sana keessa cuuphee gaanfota iddoo aarsaa dibe; dhiiga isa hafe immoo iddoo aarsaa jalatti dhangalaase.+ Leewwota 17:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “‘Israaʼelota yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni tokko bineensa bosonaa yookiin simbirroo nyaatamu tokko adamsee yoo qabe, dhiiga isaa dhangalaasee+ biyyoo itti uwwisuu qaba.
9 Ilmaan Aaronis dhiigicha gara isaatti fidan;+ innis quba isaa dhiiga sana keessa cuuphee gaanfota iddoo aarsaa dibe; dhiiga isa hafe immoo iddoo aarsaa jalatti dhangalaase.+
13 “‘Israaʼelota yookiin nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu keessaa namni tokko bineensa bosonaa yookiin simbirroo nyaatamu tokko adamsee yoo qabe, dhiiga isaa dhangalaasee+ biyyoo itti uwwisuu qaba.