1 Saamuʼel 21:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Guyyaa sana Daawit kaʼee Saaʼol biraa ni baqate;+ dhuma irrattis gara Akiish isa mootii biyya Gaat+ taʼe sanaa dhaqe. 1 Saamuʼel 27:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, Daawit namoota 600+ warra isaa wajjin jiranii wajjin kaʼee gara Akiish+ ilma Maaʼok isa mootii Gaat taʼetti qajeele.
10 Guyyaa sana Daawit kaʼee Saaʼol biraa ni baqate;+ dhuma irrattis gara Akiish isa mootii biyya Gaat+ taʼe sanaa dhaqe.
2 Kanaafuu, Daawit namoota 600+ warra isaa wajjin jiranii wajjin kaʼee gara Akiish+ ilma Maaʼok isa mootii Gaat taʼetti qajeele.