4 Amma garuu Waaqni koo Yihowaan kallattii hundumaatiin boqonnaa naaf kenneera.+ Kan na mormu tokko illee hin jiru; wanti hamaanis raawwatamaa hin jiru.+
9 Kunoo, ati ilma+ tokko ni dhalchita; inni nama nagaa* ni taʼa; anis diinota isaa warra isatti marsanii jiran hunda irraa boqonnaa isaaf nan kenna;+ maqaan isaa Solomoon*+ ni jedhama; anis bara isaatti Israaʼeliif nagaa fi tasgabbii nan kenna.+