2 Saamuʼel 15:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Tajaajiltoonni isaa warri isa duukaa baʼan* hundi, Kereetonni, Pheleetonnii+ fi namoonni Gaat+ 600n warri Gaatii+ baʼanii isa duukaa buʼan hundi mootichi utuu isaan ilaaluu isa* dura darbu turan. 1 Seenaa Baraa 18:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Benaayaan ilmi Yehoyaadaa itti gaafatamaa Kereetotaa+ fi Pheleetotaa+ ture. Ilmaan Daawitis mootichatti aansee aangoo guddaa qabu turan.
18 Tajaajiltoonni isaa warri isa duukaa baʼan* hundi, Kereetonni, Pheleetonnii+ fi namoonni Gaat+ 600n warri Gaatii+ baʼanii isa duukaa buʼan hundi mootichi utuu isaan ilaaluu isa* dura darbu turan.
17 Benaayaan ilmi Yehoyaadaa itti gaafatamaa Kereetotaa+ fi Pheleetotaa+ ture. Ilmaan Daawitis mootichatti aansee aangoo guddaa qabu turan.