Keessa Deebii 4:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Waaqni dhugaan Yihowaa taʼuu isaa akka beektaniif, wantoonni kun isinumatti argisiifamaniiru;+ isa malee kan biraan hin jiru.+ Keessa Deebii 4:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Kanaafuu, Yihowaan ol samii irrattis taʼe gad lafa irratti Waaqa dhugaa taʼuu isaa harʼa beeki; yaada keettis qabadhu.+ Isa malee kan biraan hin jiru.+ Isaayyaas 44:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaan Mootiin Israaʼel,+ inni isa furu,+Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ani isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.+ Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru.+
35 Waaqni dhugaan Yihowaa taʼuu isaa akka beektaniif, wantoonni kun isinumatti argisiifamaniiru;+ isa malee kan biraan hin jiru.+
39 Kanaafuu, Yihowaan ol samii irrattis taʼe gad lafa irratti Waaqa dhugaa taʼuu isaa harʼa beeki; yaada keettis qabadhu.+ Isa malee kan biraan hin jiru.+
6 Yihowaan Mootiin Israaʼel,+ inni isa furu,+Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Ani isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.+ Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru.+