1 Mootota 9:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Seenaan namoota Solomoon Mootichi mana Yihowaa,+ mana* ofii isaa, Koobicha,*+ dallaa Yerusaalem, Hazooriin,+ Megidoo+ fi Geezeriin+ ijaaruuf hojii dirqamaa+ akka hojjetaniif filate kana dha. 1 Mootota 9:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Intalli Faraʼoon+ garuu Magaalaa Daawitii+ baatee mana ofii ishii isa Solomoon ishiidhaaf ijaaretti ni galte; sana booda inni Koobicha*+ ni ijaare.
15 Seenaan namoota Solomoon Mootichi mana Yihowaa,+ mana* ofii isaa, Koobicha,*+ dallaa Yerusaalem, Hazooriin,+ Megidoo+ fi Geezeriin+ ijaaruuf hojii dirqamaa+ akka hojjetaniif filate kana dha.
24 Intalli Faraʼoon+ garuu Magaalaa Daawitii+ baatee mana ofii ishii isa Solomoon ishiidhaaf ijaaretti ni galte; sana booda inni Koobicha*+ ni ijaare.