-
1 Mootota 16:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Omriin wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe gochuu isaa itti fufe; warra isa dura turan hunda caalaas wanta hamaa taʼe ni hojjete.+
-
-
2 Mootota 3:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yoshaafaax mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 18ffaa isaatti Yooraam+ ilmi Ahaab Samaariyaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; waggaa 12fis ni bulche. 2 Innis wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate; garuu siidaa waaqeffannaa Baʼaal isa abbaan isaa hojjete waan balleesseef, hamma abbaa isaa fi hamma haadha isaa wanta hamaa hin hojjenne.+
-