-
Faarfannaa 37:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Irreen hamootaa ni caba,
Yihowaan garuu qajeelota ni gargaara.
-
-
Faarfannaa 37:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Isaan yeroo balaan gaʼutti hin qaanaʼan;
Yeroo beelaattis wanta irraa hafaa ni qabaatu.
-
-
Filiphisiyus 4:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Waaqni koos akka badhaadhina isaa isa ulfina qabeessaatti wanta isin barbaachisu hunda karaa Kiristoos Yesuus guutummaatti deebisee isiniif kenna.+
-