-
1 Seenaa Baraa 3:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Ilmaan Daawit warri inni Kebroon keessatti dhalche kanneen kana turan:+ ilmi isaa inni angafaa Amnoon+ yeroo taʼu, haati isaa Ahinoʼaam+ ishii nama biyya Yezriʼel taate turte; ilmi isaa inni lammaffaan Daaniʼel yeroo taʼu, haati isaa Abigaayil+ ishii nama biyya Qarmeelos taate turte; 2 ilmi isaa inni sadaffaan Abishaalom+ ilma Maʼaakaa ture; ishiin intala Taalmaay isa mootii Geeshur taʼe sanaa ti; ilmi isaa inni arfaffaan Adoniyaa+ ilma Haagiit ture;
-