Baʼuu 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Itti dabaluudhaanis, “Ani Waaqa abbaa keetii, Waaqa Abrahaam,+ Waaqa Yisihaaqii+ fi Waaqa Yaaqoobi”+ isaan jedhe. Achiis Museen Waaqa dhugaa ilaaluu waan sodaateef, fuula isaa ni dhokse.
6 Itti dabaluudhaanis, “Ani Waaqa abbaa keetii, Waaqa Abrahaam,+ Waaqa Yisihaaqii+ fi Waaqa Yaaqoobi”+ isaan jedhe. Achiis Museen Waaqa dhugaa ilaaluu waan sodaateef, fuula isaa ni dhokse.