-
2 Mootota 10:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Dhuma irrattis isaan aarsaawwanii fi aarsaawwan gubaman dhiheessuuf ol seenan. Yehuunis namoota isaa 80 warra ala dhaabee ture sanaan, “Namoota ani harka keessanitti dabarsee kenne keessaa tokko illee yoo miliqe, bakka lubbuu isaa lubbuu keessantu iddoo buʼa” jedhe.
-
-
Hojii Ergamootaa 16:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Eegduun mana hidhaa sun dammaqee balbaloonni mana hidhaa akka banaman yommuu argu, namoonni hidhaman kan badan waan itti fakkaateef goraadee isaa luqqifatee of ajjeesuuf kaʼe.+
-