Maatewos 8:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kunoo, namni dhukkuba nadaayiitiin* qabame tokko gara isaa dhufee erga isaaf sagadee booda, “Yaa Gooftaa, yoo fedhii kee taʼe na fayyisuu* dandeessa” isaan jedhe.+ Maatewos 11:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Warri qaro dhabeeyyiin argaa jiru,+ warri naafatan deemaa jiru, warri dhukkuba nadaayiitiin qabaman+ fayyaa jiru, warri gurri isaanii duude dhagaʼaa jiru, warri duʼan duʼaa kaafamaa jiru; hiyyeeyyiidhaafis misiraachoon lallabamaa jira.+ Luqaas 4:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Bara Eelsaaʼi raajichaattis namoonni dhukkuba nadaayiitiin qabaman hedduun Israaʼel keessa jiru turan; taʼus Naʼamaan isa biyya Sooriyaa+ sana qofa malee, isaan keessaa tokko illee hin fayyine.”*
2 Kunoo, namni dhukkuba nadaayiitiin* qabame tokko gara isaa dhufee erga isaaf sagadee booda, “Yaa Gooftaa, yoo fedhii kee taʼe na fayyisuu* dandeessa” isaan jedhe.+
5 Warri qaro dhabeeyyiin argaa jiru,+ warri naafatan deemaa jiru, warri dhukkuba nadaayiitiin qabaman+ fayyaa jiru, warri gurri isaanii duude dhagaʼaa jiru, warri duʼan duʼaa kaafamaa jiru; hiyyeeyyiidhaafis misiraachoon lallabamaa jira.+
27 Bara Eelsaaʼi raajichaattis namoonni dhukkuba nadaayiitiin qabaman hedduun Israaʼel keessa jiru turan; taʼus Naʼamaan isa biyya Sooriyaa+ sana qofa malee, isaan keessaa tokko illee hin fayyine.”*