2 Mootota 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Eelsaaʼi garuu, “Yihowaa isa jiraataa isa ani tajaajiluun* nan kakadha, hin fudhadhu”+ isaan jedhe. Naʼamaan akka fudhatu irra deddeebiʼee kan isa kadhate taʼus, inni garuu ni dide.
16 Eelsaaʼi garuu, “Yihowaa isa jiraataa isa ani tajaajiluun* nan kakadha, hin fudhadhu”+ isaan jedhe. Naʼamaan akka fudhatu irra deddeebiʼee kan isa kadhate taʼus, inni garuu ni dide.