-
2 Mootota 1:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Achiis Eeliyaas mootichaan akkana jedhe: “Yihowaan akkana jedha: ‘Baʼaal Zebuub waaqa Eqrooniin+ gaafachuuf ergamtoota ergiteetta. Kana kan goote Israaʼel keessa Waaqni waan hin jirreefii?+ Ati dubbii isaa maaliif hin gaafanne? Kanaafuu, ati siree irra ciisaa jirtu irraa hin kaatu; dhugumaan ni duuta.’”
-