-
2 Mootota 22:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani iddoo kanaa fi jiraattota ishii irratti badiisa isa kitaaba mootiin Yihudaa dubbise+ keessatti barreeffame hundumaa nan fida. 17 Isaan waan na dhiisaniif, akkasumas hojii harka isaanii hundumaatiin+ na dheekkamsiisuuf waaqolii kan birootiif aarsaawwan aarfaman waan dhiheessaniif,+ dheekkamsi koo iddoo kana irratti ni bobaʼa; hin dhaamus.’”+
-
-
Ermiyaas 2:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 ‘Sababiin isaas, sabni koo wantoota hamoo taʼan lama raawwateera:
-