Daaniʼel 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis mootichi warra sanyii mootii fi sanyii guguddootaa taʼan dabalatee Israaʼelota* tokko tokko akka fidu Ashfenaaz isa ajajaa abbootii taayitaa mana mootummaa isaa taʼe sana ajaje.+ Daaniʼel 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Dargaggoonni gosa* Yihudaa keessaa taʼanii fi Daaniʼel,*+ Hanaaniyaa,* Mishaaʼelii* fi Azaariyaa* jedhaman isaan gidduu jiru turan.+
3 Achiis mootichi warra sanyii mootii fi sanyii guguddootaa taʼan dabalatee Israaʼelota* tokko tokko akka fidu Ashfenaaz isa ajajaa abbootii taayitaa mana mootummaa isaa taʼe sana ajaje.+
6 Dargaggoonni gosa* Yihudaa keessaa taʼanii fi Daaniʼel,*+ Hanaaniyaa,* Mishaaʼelii* fi Azaariyaa* jedhaman isaan gidduu jiru turan.+