-
Iyyaasuu 13:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Kana malees, Museen walakkaa gosa Minaaseetiif, jechuunis gosa Minaasee isa walakkaadhaaf akka maatii maatii isaaniitti dhaala ni kenne.+ 30 Naannoon isaanii Mahaanaayim+ irraa jalqabee hamma guutummaa Baashaanitti, jechuunis guutummaa bulchiinsa Oog mootii Baashaan, akkasumas gandeen dunkaanotaa Yaaʼir+ warra Baashaan keessa jiran hundumaa, magaalota 60 ni dabalata.
-