-
1 Saamuʼel 9:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Namni gosa Biiniyaam Qiish+ jedhamuu fi baayʼee sooressa taʼe tokko jira ture; inni ilma Abiiʼel, ilma Zeroor, ilma Bekooraat, ilma Afiyaa Biiniyaamichaa+ ture. 2 Qiish ilma dargaggeessaa fi bareedaa Saaʼol+ jedhamu tokko qaba ture; Israaʼelota gidduudhaa namni isa caalaa bareedu hin jiru ture; inni gateettii isaatii olitti namoota hundumaa irra ni dheerata ture.
-