-
2 Saamuʼel 8:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Inni Moʼaabota ni moʼe;+ achiis lafa irra akka ciciisan erga godhee booda wadaroodhaan isaan safare. Harka sadii keessaa harka lama kan taʼan ajjeesuuf, harka sadii keessaa harka tokko kan taʼan immoo lubbuudhaan hambisuuf isaan safare.+ Moʼaabonnis tajaajiltoota Daawit ni taʼan; gibiras isaaf fiduu jalqaban.+
-
-
2 Mootota 3:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Mootii Moʼaab kan taʼe Meeshaan hoolota horsiisa ture; innis mootii Israaʼeliif hoolota xobbaallaa* 100,000 fi hoolota korbeeyyii rifeensi isaanii hin muramne 100,000 gibira kaffala ture.
-