Baʼuu 32:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, Yihowaan waaʼee rakkina saba isaa irratti akka fidu dubbate sanaa irra deebiʼee itti yaaduu* jalqabe.+ Keessa Deebii 32:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+Inni humni isaanii akka laafe,Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+
14 Kanaafuu, Yihowaan waaʼee rakkina saba isaa irratti akka fidu dubbate sanaa irra deebiʼee itti yaaduu* jalqabe.+
36 Yihowaan saba isaatiif murtii ni kenna;+Inni humni isaanii akka laafe,Warri gargaarsa hin qabnee fi warri dadhaboon qofti akka hafanis yommuu argutti,Tajaajiltoota isaatiif ni gadda.*+