-
Uumama 49:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 “Yisaakor+ harree lafee cimaa qabu isa feʼumsa dugda isaa irra jiru lamaan gidduu ciisu dha. 15 Inni iddoon boqonnaa sun gaarii akka taʼee fi lafichi kan nama gammachiisu akka taʼe ni ilaala. Baʼaa baachuuf gateettii isaa gad ni qaba; hojii dirqamaa hojjechuufis of dhiheessa.
-