21 Bakki Waaqni kee Yihowaan maqaan isaa achi akka taʼuuf filate+ si irraa fagoo yoo taʼe, akkuman si ajajetti loon yookiin bushaayee kee warra Yihowaan siif kenne keessaa muraasa isaanii ni qalatta; yeroo foon dharraatu hundumaattis magaalota kee keessatti ni nyaatta.