-
1 Seenaa Baraa 25:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Kana malees Daawitii fi ajajjoonni gareewwan tajaajilaa, baganaa, meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii+ fi siimbaaliitti+ fayyadamanii raajii dubbachuudhaan akka tajaajilaniif ilmaan Asaaf, ilmaan Hemaanii fi ilmaan Yedutuun+ keessaa tokko tokko adda ni baasan. Maqaan namoota tajaajila kanaaf itti gaafatamummaa qabanii kanaa gaditti tarreeffameera:
-
-
1 Seenaa Baraa 25:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Kan Hemaan,+ ilmaan Hemaan kan taʼan, Buqqiiyaa, Maataaniyaa, Uuziʼel, Shebuʼel, Yerimoot, Hanaaniyaa, Hanaanii, Eliyaataa, Gidaaltii, Romaamti Eezer, Yoshbeqaashaa, Maalootii, Hotiirii fi Maahaaziyoot turan.
-