-
1 Seenaa Baraa 26:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Obeed Edoom ilmaan qaba ture: ilmi isaa inni angafaa Shemaayaa, ilmi isaa inni lammaffaan Yehozaabaad, ilmi isaa inni sadaffaan Yoʼaa, ilmi isaa inni arfaffaan Saakaar, ilmi isaa inni shanaffaan Naataaniʼel, 5 ilmi isaa inni jaʼaffaan Amiʼel, ilmi isaa inni torbaffaan Yisaakor, ilmi isaa inni saddeettaffaan immoo Pewuletaay turan; kunis kan taʼe Waaqayyo waan isa eebbiseefi.
-