-
1 Mootota 10:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Warqiin waggaa waggaadhaan Solomooniif dhufu ulfaatinni isaa taalaantii 666 taʼa ture;+ 15 kana malees, daldaltoota imaltoota taʼan irraa fi buʼaa daldaltoota irraa argamu irraa, akkasumas mootota Arabootaa fi bulchitoota biyyattii hunda irraa isaaf ni dhufa ture.
-
-
Faarfannaa 72:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Inni haa jiraatu, warqiin Sheebaas isaaf haa kennamu.+
Utuu wal irraa hin citin waaʼee isaa kadhannaan haa dhihaatu,
Guyyaa guutuus kan eebbifame haa taʼu.
-