-
1 Mootota 22:34, 35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Haa taʼu malee, namni tokko akkuma tasaa* iddaa isaa darbatee bakka kootiin sibiilaa isaa itti wal qabatuun mootii Israaʼel ni waraane. Kanaafuu, mootichi namicha gaarii fardaa isaaf oofu sanaan, “Akka malee waanan madaaʼeef, gaarii kana naannessiitii waraanicha* keessaa na baasi” jedhe.+ 35 Waraanichi guyyaa sana guutuu ni finiine; mootichas fuula isaa gara warra Sooriyaatti naannessanii gaarii fardaa sana keessatti hirkisanii dhaaban. Dhiigni isaas gaarii fardaa sana keessatti ni dhangalaʼe; innis galgaluma sana ni duʼe.+
-