2 Seenaa Baraa 19:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis Yoshaafaax mootiin Yihudaa gara mana isaa* isa Yerusaalemitti argamutti nagaadhaan deebiʼe.+ 2 Seenaa Baraa 19:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Haa taʼu malee, ati utubaawwan waaqeffannaa* biyyattii keessaa haxooftee waan balleessiteef, akkasumas Waaqa dhugaa barbaaddachuuf garaa kee waan qopheessiteef*+ wantoonni gaariin si keessatti argamaniiru.”+
19 Achiis Yoshaafaax mootiin Yihudaa gara mana isaa* isa Yerusaalemitti argamutti nagaadhaan deebiʼe.+
3 Haa taʼu malee, ati utubaawwan waaqeffannaa* biyyattii keessaa haxooftee waan balleessiteef, akkasumas Waaqa dhugaa barbaaddachuuf garaa kee waan qopheessiteef*+ wantoonni gaariin si keessatti argamaniiru.”+