-
2 Seenaa Baraa 19:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yehuun+ ilmi Hanaanii+ inni mulʼata argu, isa argachuuf baʼee Yoshaafaax Mootichaan akkana jedhe: “Ati nama hamaa gargaaruu qabdaa?+ Warra Yihowaa jibban hoo jaallachuu qabdaa?+ Sababii kanaatiin dheekkamsi Yihowaa si irratti ni dhufa. 3 Haa taʼu malee, ati utubaawwan waaqeffannaa* biyyattii keessaa haxooftee waan balleessiteef, akkasumas Waaqa dhugaa barbaaddachuuf garaa kee waan qopheessiteef*+ wantoonni gaariin si keessatti argamaniiru.”+
-