-
2 Mootota 11:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Ataaliyaanis namoonni yeroo fiigan yommuu dhageessu, yeruma sana gara namoota mana Yihowaatti argaman sanaa dhufte.+
-
-
2 Mootota 11:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kanaafuu, isaan ishii ni qaban; ishiinis yommuu bakka fardeen mana mootichaatti+ itti galan bira geessu achitti ni ajjeefamte.
-