-
2 Mootota 9:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kanaafuu, Yehuun kaʼee gara manaatti seene; tajaajilaan sunis zayiticha mataa isaa irratti dhangalaasee akkana isaan jedhe: “Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana jedha: ‘Ani saba Yihowaa irratti, jechuunis Israaʼel irratti mootii godhee si dibeera.+ 7 Ati mana Ahaab gooftaa keetii ni rukutta; ani dhiiga tajaajiltoota kootii warra raajota taʼanii fi tajaajiltoota Yihowaa warra harka Iizaabel irratti duʼan hundumaatiif haaloo nan baʼa.+
-