25 Yeroo kanatti inni akka ajaja Daawit,+ ajaja Gaad+ isa mootichaaf mulʼata arguu fi ajaja Naataan+ raajichaatti Leewwonni siimbaalii, meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii fi baganaa+ qabatanii mana Yihowaa akka dhaabbatan godhee ture; kunis ajaja Yihowaan karaa raajota isaa kenne ture.