-
1 Seenaa Baraa 24:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Daawit, Saadoq+ isa ilmaan Eleʼazaar keessaa tokko taʼee fi Ahimelek isa ilmaan Itaamaar keessaa tokko taʼee wajjin taʼuudhaan akka itti gaafatamummaa tajaajila isaaniif kennameetti isaan hihire.
-
-
1 Seenaa Baraa 24:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 inni torbaffaan Haqooziif, inni saddeettaffaan Abiyaadhaaf,+
-
-
Nahimiyaa 3:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Isatti aansee Meremoot+ ilmi Uuriyaa ilmi Haqooz, kutaa kan biraa isa karra mana Eliyaashiib irraa jalqabee hamma dhuma mana Eliyaashiibitti argamu ni haaresse.
-