Baʼuu 7:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ani garuu Faraʼoon garaan isaa didaa akka taʼu nan heyyama;+ biyya Gibxii keessattis mallattoowwanii fi dinqiiwwan hedduu nan raawwadha.+ Keessa Deebii 6:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yihowaan ijuma keenya duratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan guguddaa badiisa cimaa geessisan biyya Gibxii irratti, Faraʼoon irrattii fi maatii isaa hundumaa irratti+ ni erge.+
3 Ani garuu Faraʼoon garaan isaa didaa akka taʼu nan heyyama;+ biyya Gibxii keessattis mallattoowwanii fi dinqiiwwan hedduu nan raawwadha.+
22 Yihowaan ijuma keenya duratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan guguddaa badiisa cimaa geessisan biyya Gibxii irratti, Faraʼoon irrattii fi maatii isaa hundumaa irratti+ ni erge.+