-
Baʼuu 16:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Fixeensi wal irra tuulame sun yommuu hurkettis, wanti haphiin baʼeessi cabbii fakkaatu+ lafa onaa sana irratti bubuʼee ture. 15 Israaʼelonnis yommuu isa argan, wanti kun maal akka taʼe waan hin beekneef, “Kun maali dha?” waliin jechuu jalqaban. Museenis akkana isaaniin jedhe: “Kun, nyaata Yihowaan akka nyaattan isiniif kenne dha.+
-